Mammaaksa Afaan Oromoo APK 3.0 - 免费下载

下载 APK

上次更新时间: 2023年九月2日

应用信息

Mammaaksa Afaan Oromoo - 奥罗莫民族谚语

应用名称: Mammaaksa Afaan Oromoo

应用程序 ID: com.shegersoft.mammaaksa_afaanoromoo

评级: 0.0 / 0+

作者: SHEGER-SOFT

应用大小: 26.60 MB

详细描述

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha。 Yeroo baay’ee manguddoonni araarsufis ta’ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbiihindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu。

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

“Abbaan iyyatumalee ollaan hin birmatu”
“阿巴安·达阿迪·杜吉夫·伊尔玛·阿凡·欣·乌尔加尤”
“Afaan gaariin afaa gaarii caala”
“Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi”
“Abbaan cabsaa ofitti hin xiqeessu”
“Bakka oolan irra bakka bulan wayya”
“Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu”
“Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti”
“Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba”
“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”
“Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”
“Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”
“Dhabaafmalee sombi kan sareeti”
“Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”
“Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”
“Erga waraabessi darbee sareen dutti”
“Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan”
“Fagaatanmalee mi'aa biyyaa hin beekan”
“Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”
“Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”
下载 APK

应用程序屏幕截图

类似