Mammaaksa Afaan Oromoo APK 3.0 - Stažení zdarma

Stáhnout APK

Poslední aktualizace: 2. Zář 2023

Informace o aplikaci

Mammaaksa Afaan Oromoo – přísloví národa Oromo

Název aplikace: Mammaaksa Afaan Oromoo

ID aplikace: com.shegersoft.mammaaksa_afaanoromoo

Hodnocení: 0.0 / 0+

Autor: SHEGER-SOFT

Velikost aplikace: 26.60 MB

Podrobný popis

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay’ee manguddoonni araarsufis ta’ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti bahu dhimma.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

“Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu”
“Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu”
“Afaan gaariin afaa gaarii caala”
“Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi”
“Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu”
“Bakka oolan irra bakka bulan wayya”
“Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu”
“Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti”
“Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba”
“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”
“Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”
“Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”
“Dhabaaf malee sombi kan sareeti”
“Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”
“Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”
“Erga waraabessi darbee sareen dutti”
“Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan”
“Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan”
“Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”
“Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”
Stáhnout APK

Snímek obrazovky aplikace

Podobné