Mammaaksa Afaan Oromoo APK 3.0 - Gratis aflaai

Laai af APK

Laas opgedateer: 2 Sep 2023

Toepinligting

Mammaaksa Afaan Oromoo - Oromo Nation Spreuke

Toepnaam: Mammaaksa Afaan Oromoo

Aansoek ID: com.shegersoft.mammaaksa_afaanoromoo

Gradering: 0.0 / 0+

Outeur: SHEGER-SOFT

Toepgrootte: 26.60 MB

Gedetailleerde beskrywing

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay'ee manguddoonni araarsufis ta'ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga'an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

“Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu”
“Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu”
“Afaan gaariin afaa gaarii caala”
“Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi”
“Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu”
“Bakka oolan irra bakka bulan wayya”
“Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu”
“Bara bofti nama nayate lootuun nama kajeelti”
“Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba”
“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”
“Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”
“Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”
“Dhabaaf malee sombi kan sareeti”
“Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”
“Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”
“Erga waraabessi darbee sareen dutti”
“Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan”
“Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan”
“Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”
“Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”
Laai af APK

Toepskermkiekie

Soortgelyk