Mammaaksa Afaan Oromoo APK 3.0 - 무료 다운로드

다운로드 APK

마지막 업데이트: 2023년 9월 2일

앱 정보

Mammaaksa Afaan Oromoo - 오로모 국가 속담

앱 이름: Mammaaksa Afaan Oromoo

애플리케이션 ID: com.shegersoft.mammaaksa_afaanoromoo

평점: 0.0 / 0+

저자: SHEGER-SOFT

앱 크기: 26.60 MB

자세한 설명

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay'ee manguddoonni araarsufis ta'ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga'an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheessin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

"Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu"
"Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu"
“아파안 가아리인 아파 가아리이 카알라”
"Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi"
“아바안 카브사 오피티 힌 시케에수”
“바카 우란이라 바카 부란 와야”
"Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu"
"바라 보프티 나마 나야테 루투운 나마 카질티"
"바라 디비 비샨 무카 나마티 야바"
“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”
“Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”
"Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti"
"다바프 말리 솜비 칸 사레티"
"Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan"
“Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”
“에르가 와라베시 다르비 사린 두티”
“이부 다르바타니 진푸 힌 카바탄”
“Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan”
“감나 고움순 집바 다발라츄다”
“Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”
다운로드 APK

앱 스크린샷

비슷함