Fayyaa Oromoo APK 5.0 - Upakuaji Bila Malipo

Pakua APK

Ilisasishwa mara ya mwisho: 2 Sep 2023

Maelezo ya Programu

Fayyaa Oromoo - Fayyaan Faaya

Jina la programu: Fayyaa Oromoo

Kitambulisho cha Maombi: com.shegersoft.fayyaa_oromoo

Ukadiriaji: 0.0 / 0+

Mwandishi: SHEGER-SOFT

Ukubwa wa programu: 22.47 MB

Maelezo ya Kina

Fayyaan dhibee garaa garaa irraa bilisa ta’uudha. Dhibeen kunneen sabaa garaagaraatiin kan nama qabu yoo ta’u of-eeggannon namni tokko fayyaa qabaachuuf godhu murtessaadha. Namni fayyaa ta’uuf fayyaan maal akka ta’e hubatee yoo dursee itti yaade carraan fayyaa ta’uu isaa warra fayyaan maal akka ta’e itti hin yaadne irraa wayya.

Fayyaa ta’uuf nyaata filachuun, sproortii hojjachuun, ulfina qaama ofii eeguun, dhugaatii alkoolii dhiisanii bishaan dhuguu, tamboo xuuxuu dhiisuun dhibee garaagaraatif saaxilamuu irraa nama baraara. Kanaafuu; Fayyaa Oromoo buufadhaa.
Pakua APK

Picha ya skrini ya Programu

Sawa