Fayyaa Oromoo

Fayyaa Oromoo

  • Phiên bản mới nhất
  • SHEGER-SOFT
Advertisement

Fayyaa Oromoo - Fayyaan Faaya

Giới thiệu về ứng dụng này

Fayyaan dhibee garaa garaa irraa bilisa ta'uudha. Dhibeen kunneen sababaa garaagaraatiin kan nama qabu yoo ta’u of-eeggannoon namni tokko fayyaa qabaachuuf godhu murteessaadha. Namni fayyaa ta'uuf fayyaan maal akka ta'e hubatee yoo dursee itti yaade carraan fayyaa ta'uu isaa warra fayyaan maal akka ta'e itti hin yaadne irraa wayya.

Fayyaa ta'uuf nyaata filachuun, sproortii hojjachuun, ulfina qaama ofii eeguun, dhugaatii alkoolii dhiisanii bishaan dhuguu, tamboo xuuxuu dhiisuun dhibee garaagaraatif saaxilamuu irraa nama baraara. Kanaafuu; Fayyaa Oromoo buufadhaa.

Phiên bản Fayyaa Oromoo