Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa

Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa APK 1.5 - Tải về miễn phí

Tải về APK

Cập nhật lần cuối: 3 Tháng 1, 2024

Thông tin ứng dụng

Kitaaba afaan oromoo kutaa 5ffaa

Tên ứng dụng: Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa

ID ứng dụng: com.beckytech.afaanoromookutaa5ffaa

Đánh giá: 0.0 / 0+

Tác giả: BeckyTech Co. Ltd

Kích thước ứng dụng: 12.75 MB

Mô tả chi tiết

App'n kun Afaan Oromoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Hiriyyummaa
Qulqullina dhuunfaa
Guddifachaa
Nageenya tiraafikaa
Kunuunsa bosonaa
Miidhaa araadaa
Nyaata aadaa oromoo
Kunuunsa bineensotaa
Ispoortii aadaa
Afoola
Jechibsoo
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
Nếu bạn có bất cứ ý kiến ​​đóng góp nào, hãy cho tôi biết.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Cảm ơn bạn!
Tải về APK

Ảnh chụp màn hình ứng dụng

Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa

Tương tự