English Afaan Oromo Dictionary

English Afaan Oromo Dictionary APK 1.3.1 - Upakuaji Bila Malipo

Pakua APK

Ilisasishwa mara ya mwisho: 18 Sep 2023

Maelezo ya Programu

Kamusi ya Kiingereza ya Afaan Oromoo ya nje ya mtandao kabisa yenye maneno 70k.

Jina la programu: English Afaan Oromo Dictionary

Kitambulisho cha Maombi: app.orosoft.ororo

Ukadiriaji: 4.6 / 558+

Mwandishi: Orosoft Tech

Ukubwa wa programu: 20.19 MB

Maelezo ya Kina

Kamusi ya Orooroo!

Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
Haa ta'u malee faraja/tafsiri isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.
Fuulduree/Future
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama app Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna. Ta'uus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa seenuu barbaanna.


Kamusi ya Orooroo.
Pakua APK

Picha ya skrini ya Programu

English Afaan Oromo Dictionary English Afaan Oromo Dictionary English Afaan Oromo Dictionary English Afaan Oromo Dictionary

Sawa