Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo
  • 4.1

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo

  • Versão mais recente
  • SHEGER-SOFT

Sobre este aplicativo

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo adda addaa

Walaloon damee ogbarruu keessaa kan bo'oofi, ceesiisaan tolfamee qooqa miidhaginaaniifi yeedaloodhaan dhiyaatudha. Walaloo keessatti qooqa, suureessuu, malleen dubbii fi jechoota fayyadamuun hiikkaa gabbata dabarsu. Walaloon miira kakaasuuf, ykn haalaafi sawaa dabarsuudhaaf ni gargaara. Walaloo yeroo baay'ee xiyyeeffannoo gaafachuun jalqabu. Akka fakkeenya arman gadii kanatti jalqaba.

Yaa Mana Walaloo Walaleessaa
Kutaa Qabuu Kessaa
Gurraa Naf Ergisaa
Gurraa Qofaa Miti Afaanin Callisa

Captura de tela do aplicativo

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo

Versões Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo