Seenaa Iisaa (Iyyasus)

Seenaa Iisaa (Iyyasus)

  • 최신 버전
  • K Technologies

이 앱 정보

Seenaa Iisaa (Iyyasus) fi Dhugaan Yommuu ifa bahu

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi Sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

앱 kana keessatti seeaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Qabxiilee 앱 kana keessatti hammataman irraa:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan(Iyyasuus) 시리 daa'imummaa keessaa yommuu dubbatu
- 두간 욤무 이파 바후.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan(Iyyasuus) ilma waaqayyooti(gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu'uu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofti akka bu'uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune Godhamee?
- Adabbii Namoota "Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati" jedhanii.

앱 스크린샷

Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus)

버전 Seenaa Iisaa (Iyyasus)