Seenaa Iisaa (Iyyasus)

Seenaa Iisaa (Iyyasus) APK 8.0 - Unduhan Gratis

Unduh APK

Terakhir diperbarui: 29 de Apr de 2024

Info Aplikasi

Seenaa Iisaa (Iyyasus) fi Dhugaan Yommuu ifa bahu

Nama aplikasi: Seenaa Iisaa (Iyyasus)

ID Aplikasi: com.seenaa_iisaa_iyyasus

Peringkat: 0.0 / 0+

Penulis: K Technologies

Ukuran aplikasi: 31.77 MB

Deskripsi Terperinci

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

App kana keessatti seeaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Aplikasi Qabxiilee kana keessatti hammataman irraa:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan (Iyyasuus) siree daa'imummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu'uu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofti akka bu'uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota “Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati” jedhanii.
Unduh APK

Cuplikan Layar Aplikasi

Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus)

Serupa