Naamusa Islaamaa

Naamusa Islaamaa

  • Versi Terbaru
  • K Technologies

Tentang aplikasi ini

Naamusoota Islaamaa ijoo fi jajjaboo

Aplikasi kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan dari keessaa qaba. bifa salphaafi ammayyaawaa taheen isiniif qophaayee jira. kanaafuu; Namni hundi naamusoota kana barattanii akka itti dalagdan, akka wal barsiiftan isin yaadachiisna.

-Naamusa salaamtaa
- Naamusa teessumaa
- Naamusa kadhaa Rabbii
- Naamusa nyaataaf dhugaatii
- Naamusa hirriibaa
- Naamusa karaa deemsaa

Nabiin (s.a.w) akkana jedhan "Jannata hin seentan hanga
amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, Mee waan yoo isa
hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu
tessanitti" Muslimtu galmeesse.

Cuplikan Layar Aplikasi

Naamusa Islaamaa Naamusa Islaamaa Naamusa Islaamaa Naamusa Islaamaa Naamusa Islaamaa Naamusa Islaamaa Naamusa Islaamaa

Versi Naamusa Islaamaa