Tentang aplikasi ini
Gorsa Afurtama kan ittiin mana sirreessan
Yaa nama gaarii dubbiftu! deebiin kee kunooti. Gorsa sagantaa kanaan wal ilaallatutu jira; Rabbiin ittiin fayyaduufi qabsoon ilmaan Islaamaa bifa haaraadhaan ergaa mana Muslimaa haaromsuu kaasee erguutu kajeelama.
Gorsoonni kun waa lama irra naanna'a: wantoota bu'a qabeessa argamsiisuudha; inni immoo gaariitti ajajuudha. Yookiin immoo badii dhabamsiisuudha; inni immoo waan dhorgamaa ta'e deemsisuudha.
Cuplikan Layar Aplikasi
![Gorsa Afurtama](/static/lazy.gif)
![Gorsa Afurtama](/static/lazy.gif)
![Gorsa Afurtama](/static/lazy.gif)
![Gorsa Afurtama](/static/lazy.gif)
![Gorsa Afurtama](/static/lazy.gif)
![Gorsa Afurtama](/static/lazy.gif)
![Gorsa Afurtama](/static/lazy.gif)