Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa APK 3.0 - Unduhan Gratis

Unduh APK

Terakhir diperbarui: 1 de Mar de 2021

Info Aplikasi

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa balinaan kan offkessatti qabate.

Nama aplikasi: Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

ID Aplikasi: com.ethiomapps.wasitiyaao

Peringkat: 4.4 / 47+

Penulis: Ethiomapps

Ukuran aplikasi: 3.34 MB

Deskripsi Terperinci

Huna dura faaruun tan Rabbii guddaati, kitaaba kkan akkan qopheesu kan itti na kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa kana Afaan Oromootti akkan hiiku wanni itti na kaase, duula Aaqiidaa Islaamaa balleessuu, kan tuutti Ahbaasha ja’amtu biyya jimera man am am am am am aqiidaa Islaamaa tan dhugaa akka baratanii ifiirraa dura dhaabbattan yaadeti, hanga dandeetti kiyyatti, warri beekkumsa qaban hedduun na dura hojjii gurguddoo hojjata am joo ammooo gama kitaaba Afiliasi keihatti umrahatau Jika Anda ingin melihat lebih lanjut, pilih faayidaa guddaa qabu kana Rabbiin gargaarsifadhee, hiikkaa fi ibsa Isaa Afaan, Oromootiin barreessuuf tattaafi godheetin jira, akka namni Afaan kana dubbisuu danda iru fayyadamee biota Dubbiin akkuma Sheek Mikaa’iil Husseen manzuumaa isaa keessatti jae: Gama yaada kooti hogguun dabaruu Rakkoo diin Islaam dadhabe sabaruu Na dursees nama hedduu yaale garuu Anis waa Isaanirra hin caalu garuu maba
Fedhiin juga Muslimtoon haa if baruu ... Rabi kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu, akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.
 Kita tahu kang yeroon qopheesu warra yaadaan na cinaa dhaabbattan hunda galatoomfachuu fedha, keessaa ammo akka addatti sheeka kiyya sheek Muhammad waadoo, obbollessa kiyya Muhammad Ahmad (looshee) qabeenyaa fi yaadaan kan na bira dhaabbata tidak ada lagi Muhammad Kamaal Iisaa (Ifaa Diina Islaamaa) dari Sheek Abdurahman Shariif Ali (Abuu Sumayyaa), bilbilaan gaafii tiyya naaf deebisaa kan turan Sheek MuhamadSaanii (jawwaabaa) fi Sheek Zabuur dhumarratti haadha manaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaah keessan Rabbiin galata keessan jannata haa godhu. Dhumarratti wanniin ja'u hiikkaa kitaaba kanaa keessatti Afaan Oromoo kaniin beekun barreesse, Akkuma Afaan biroo keessatti loqodni adda jiru, Oromiffaanis loqoda adda addaa qaba, kuni guddina Afaan sanii pesan
Ammas dan hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada ja'u hin qabu, kanaaf namni dogongora arge, yoo sirreesee beeksise nin galatoomfadha.
Namni kitaaba kana dubbiftan akka araaramaa fi Rahmata Rabbii naaf kadhatan isin gaafadha.
Rabbiin warra haqaaf tumsu nu haa godhu.
Nagaya fi Faaruun Ergamaa isaa Muhammad irratti haa jiraatu.
Jaafar Bayaan
Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa fi Sifaa Rabii ilaalchisee Quraanaa fi Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf kan laatu dha. Rabbiin waan dubbisneen ittii fayyadamaa nuu haa godhu.
Unduh APK

Cuplikan Layar Aplikasi

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

Serupa