AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( APK 5.0 - Unduhan Gratis

Unduh APK

Terakhir diperbarui: 28 de Feb de 2021

Info Aplikasi

Akkaataa Salaata Nabiyyichaa (saw) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee

Nama aplikasi: AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

ID Aplikasi: com.ethiomapps.salaatanabiyyichaa

Peringkat: 0.0 / 0+

Penulis: Ethiomapps

Ukuran aplikasi: 4.07 MB

Deskripsi Terperinci

Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.

Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee dari kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Rumah Islam kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu. Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.
Unduh APK

Cuplikan Layar Aplikasi

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Serupa