Xahaaraa fi Salaata

Xahaaraa fi Salaata

  • Versi Terbaru
  • K Technologies

Tentang aplikasi ini

Barumsa Akkaataa Xahaaraa fi Salaataa

Salaanni utubaa islamamaati. Salaata sadarkaan isii haalaan guddoo taate tana namni hundi barachuun dirqama. aplikasi kanuma sababeeffachuun kana keessatti barnoota xahaaraafii salaataa bal'inaan dhiheessinee jirra. App'n kun Afaan keenya kan Oromootiin waan qophaaweef ummanni keenya dubbisanii irraa barachuun laafaadha. keessaayuu barattootafi namoota haaraa kara islaamummaa dhufan baay'ee faayyada.

Cuplikan Layar Aplikasi

Xahaaraa fi Salaata Xahaaraa fi Salaata Xahaaraa fi Salaata Xahaaraa fi Salaata Xahaaraa fi Salaata

Versi Xahaaraa fi Salaata