Seenaa Quraana

Seenaa Quraana

  • Dernière version
  • Ethiomapps

À propos de cette application

Seenaa Quraana Hedduu nama hawwotan

Kitaabni keenya kan SEENAA QUR'AANA KEESSAA
jedhu kuni seenaa qur’aana keessatti dubbatamte ibsa.
Seena dhugaa tan qur’aanaafii hadiisa bu’ureeffatte
barachuun barbaachisaadha. Gama kaaniin seenaa
maddi isii hinbeekamne yookaan bronzage kijibaa dubbisuufii
hordofiinis diin keessatti miidhaafii Rakkoo guddaa
namatti fida.
Seenaan babbareedduun hedduun bronzage gorsa uf keessaa
qabdu qur’aana keessatti haaasawamtee jirti.
«Rabbiin ol tahe akkana jedhe» qur’aana kana
wahyiin sirratti gadi buusuun seenaa babbareeddu sitti
odeessina. " (Yuusuf 3)
Kanaaf seenaa bareedduu waayee nabiyyoota Rabbii
kabajamoo ibsitu, waan daiwaa isaaniitiin walqabatullee
ufkeessa qabdu kitaaba kana keessatti ni argattu. Afaan
keenyaattis hiiknee yeroo isiniif dhiheessinu gammachuu
guddaatu ​​nutti dhagayama. Akka dubbiftanii irraa
barattanii gorsa irraa fudhattan isin yaadachiifna.

Capture d'écran de l'application

Seenaa Quraana Seenaa Quraana Seenaa Quraana Seenaa Quraana Seenaa Quraana

Versions Seenaa Quraana