Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo APK 6.0 - Téléchargement gratuit

Télécharger APK

Dernière mise à jour: 25 Jul 2023

Informations sur l'application

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo adda addaa

Nom de l'application: Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo

ID d'application: com.shegersoft.kuusaa_walaloo

Note: 4.2 / 102+

Auteur: SHEGER-SOFT

Taille de l'application: 19.72 MB

Description détaillée

Walaloon damee ogbarruu keessaa kan bo'oofi, ceesiisaan tolfamee qooqa miidhaginaaniifi yeedaloodhaan dhiyaatudha. Walaloo keessatti qooqa, suureessuu, malleen dubbii fi jechoota fayyadamuun hiikkaa gabbata dabarsu. Walaloon miira kakaasuuf, ykn haalaafi seenaa dabarsuudhaaf ni gargaara. Walaloo yeroo baay'ee xiyyeeffannoo gaafachuun jalqabu. Akka fakkeenya arman gadii kanatti jalqaba.

Yaa Mana Walaloo Walaleessaa
Kutaa Qabuu Kessaa
Gurraa Naf Ergisaa
Gurraa Qofaa Miti Afaanin Callisa
Télécharger APK

Capture d'écran de l'application

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo

Similaire