Fayyaa Oromoo

Fayyaa Oromoo APK 5.0 - Téléchargement gratuit

Télécharger APK

Dernière mise à jour: 2 Sep 2023

Informations sur l'application

Fayyaa Oromoo - Fayyaan Faaya

Nom de l'application: Fayyaa Oromoo

ID d'application: com.shegersoft.fayyaa_oromoo

Note: 0.0 / 0+

Auteur: SHEGER-SOFT

Taille de l'application: 22.47 MB

Description détaillée

Fayyaan dhibee garaa garaa irraa bilisa ta'uudha. Dhibeen kunneen sababaa garaagaraatiin kan nama qabu yoo ta'u of-eeggannoon namni tokko fayyaa qabaachuuf godhu murteessaadha. Namni fayyaa ta'uuf fayyaan maal akka ta'e hubatee yoo dursee itti yaade carraan fayyaa ta'uu isaa warra fayyaan maal akka ta'e itti hin yaadne irraa wayya.

Fayyaa ta'uuf nyaata filachuun, sproortii hojjachuun, ulfina qaama ofii eeguun, dhugaatii alkoolii dhiisanii bishaan dhuguu, tamboo xuuxuu dhiisuun dhibee garaagaraatif saaxilamuu irraa nama baraara. Kanafuu ; Fayyaa Oromoo buufadhaa.
Télécharger APK

Capture d'écran de l'application

Fayyaa Oromoo Fayyaa Oromoo Fayyaa Oromoo Fayyaa Oromoo Fayyaa Oromoo

Similaire