Maqaalee Rabbii 99

Maqaalee Rabbii 99 APK 2.0 - Téléchargement gratuit

Télécharger APK

Dernière mise à jour: 24 Oct 2023

Informations sur l'application

Maqaalee Rabbii 99 fi Hiikkaa isaanii waliin

Nom de l'application: Maqaalee Rabbii 99

ID d'application: com.maqaalee_rabbii_99

Note: 0.0 / 0+

Auteur: K Technologies

Taille de l'application: 18.23 MB

Description détaillée

Maqaaleen Rabbii keepya hundi babbareedoo fi amaloonni (sifaanni) Isaa hundii sifaata gugguutuu ta'aniidha. Namni kanniin hunda hubachu kan danda'u, maqaalee fi sifaata barachuuf yoo tattaafateedha.

Imaamu ibn Al-Qayyim (rahimahullahu) ni jedha : « Karaa maqaalee fi sifaatatin gara Rabbii deemun dhimma ajaa'iba ta'eedha. Namni maqaalee fi sifaata Rabbii beeke, warroota garmalee ifaajan baay'ee dursa. Rakkoo guddaa osoo hin arginii fi biyya isaa keessaa osoo hin bahini fi hin raata'in [gammachuu barbaadu] argata.
Télécharger APK

Capture d'écran de l'application

Maqaalee Rabbii 99 Maqaalee Rabbii 99 Maqaalee Rabbii 99 Maqaalee Rabbii 99

Similaire