Guyyaa Qiyaamaa

Guyyaa Qiyaamaa

  • Dernière version
  • K Technologies

À propos de cette application

Guyyaa Qiyaamaa (Guyyaa Dhuma Addunyaa)

Guyyaa Qiyaamaa jechuun Guyyaa namoonni du'an hundi awwaalcha isaanii keessaa kaafamuun murtiif Rabbin fuunduratti dhiyaataniidha. Guyyaa sirnii samii fi dachii itti jijjiramuudha.

Moosaajiin bilbila harkaa Guyyaa Qiyaamaa jedhamu kun haala adda taheen kan nama hubachiisuufi Yaadota sobaa warreen guyyaan kana kijibsiisanii kan saaxiluudha. Akkasuma mallattooleen guyyaa qiyaamaa xixiqqaa irraa hanga gurguddaatti bal'inaan ibsamee jira. Falmii Warra ibiddaafi haala muslimootaas ni dabalata.

Capture d'écran de l'application

Guyyaa Qiyaamaa Guyyaa Qiyaamaa Guyyaa Qiyaamaa Guyyaa Qiyaamaa Guyyaa Qiyaamaa Guyyaa Qiyaamaa Guyyaa Qiyaamaa

Versions Guyyaa Qiyaamaa