Seenaa Iisaa (Iyyasus)

Seenaa Iisaa (Iyyasus) APK 8.0 - Descarga gratuita

Descargar APK

Última actualización: 29 de Abr de 2024

Información de la aplicación

Seenaa Iisaa (Iyyasus) fi Dhugaan Yommuu ifa bahu

Nombre de la aplicación: Seenaa Iisaa (Iyyasus)

ID de aplicación: com.seenaa_iisaa_iyyasus

: 0.0 / 0+

Autor: K Technologies

Tamaño de la aplicación: 31.77 MB

Descripción detallada

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabino haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

App kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Aplicación Qabxiilee kana keessatti hammataman irraa:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan (Iyyasuus) señor daa'imummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu'uu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofti akka bu'uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota “Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati” jedhanii.
Descargar APK

Captura de pantalla de la aplicación

Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus) Seenaa Iisaa (Iyyasus)

Similar