Fayyaa Oromoo

Fayyaa Oromoo APK 5.0 - Free Download

Download APK

Last updated: 2 Sep 2023

App Info

Fayyaa Oromoo - Fayyaan Faaya

App name: Fayyaa Oromoo

Application ID: com.shegersoft.fayyaa_oromoo

Rating: 0.0 / 0+

Author: SHEGER-SOFT

App size: 22.47 MB

Detailed Description

Fayyaan dhibee garaa garaa irraa bilisa ta’uudha. Dhibeen kunneen sababaa garaagaraatiin kan nama qabu yoo ta’u of-eeggannoon namni tokko fayyaa qabaachuuf godhu murteessaadha. Namni fayyaa ta’uuf fayyaan maal akka ta’e hubatee yoo dursee itti yaade carraan fayyaa ta’uu isaa warra fayyaan maal akka ta’e itti hin yaadne irraa wayya.

Fayyaa ta’uuf nyaata filachuun, sproortii hojjachuun, ulfina qaama ofii eeguun, dhugaatii alkoolii dhiisanii bishaan dhuguu, tamboo xuuxuu dhiisuun dhibee garaagaraatif saaxilamuu irraa nama baraara. Kanaafuu; Fayyaa Oromoo buufadhaa.
Download APK

App Screenshots

Fayyaa Oromoo Fayyaa Oromoo Fayyaa Oromoo Fayyaa Oromoo Fayyaa Oromoo

Similar