AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( APK 5.0 - Безплатно изтегляне

Изтегляне APK

Последна актуализация: 28 Фев 2021 г.

Информация за приложението

Akkaataa Salaata Nabiyyichaa (видях) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee

Име на приложението: AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

ID на приложението: com.ethiomapps.salaatanabiyyichaa

Рейтинг: 0.0 / 0+

Автор: Ethiomapps

Размер на приложението: 4.07 MB

Подробно описание

Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (видя) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (трион) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (видя) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.

Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee на kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu .Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.
Изтегляне APK

Екранна снимка на приложението

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Подобни