Mammaaksa Afaan Oromoo
  • 4.5

Mammaaksa Afaan Oromoo

  • أحدث إصدار
  • SHEGER-SOFT

حول هذا التطبيق

Mammaaksa Afaan Oromoo - أمثال أمة أورومو

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay’ee manguddoonni araarsufis ta’ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti Argaman keessaa muraasa:

"Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu"
"Abbaan daadhii dhugeef Ilma afan hin uraayu"
"Afaan Gaariin afaa Gaarii Caala"
"abaa hin qabduu akaakayyuuf boochi"
"Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu"
"بكا أولان إيرا بكا بولان وية"
"Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin Hanqattu"
"Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti"
"براء ذبي بيشان موكا نماتي يابا"
"Citaa tokko luqqaasaniif Manni hin dhimmisu"
"Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa"
"Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti"
"Dhabaaf Malee sombi kan sareeti"
"Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan"
"Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu"
"Erga waraabessi darbee sareen dutti"
"Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan"
"فاجعتان مالي ميعا بياع هين بيكان"
"Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha"
"Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani"

لقطة شاشة التطبيق

Mammaaksa Afaan Oromoo Mammaaksa Afaan Oromoo Mammaaksa Afaan Oromoo Mammaaksa Afaan Oromoo Mammaaksa Afaan Oromoo

الإصدارات Mammaaksa Afaan Oromoo